Mana Kitaabaa Islaamaa Hundaa

112 - The Sincerity - Al-'Ikhlāş

:1

Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.

:2

Allaahn hirkoo waa hundaati.

:3

Hin dhalle hin dhalannes.

:4

Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”