Mana Kitaabaa Islaamaa Hundaa

114 - Mankind - An-Nās

1

Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha.

2

Mootii namaatti,

3

Gabbaramaa namaatti,

4

Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa,

5

Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa,

6

Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”