109 - The Disbelievers - Al-Kāfirūn
:1
Jedhi: "yaa warra Rabbitti kafartan!
:2
Ani waan isin gabbartan hin gabbaru.
:3
Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane.
:4
Anis waan isin gabbartan (fuula duras) kan gabbaruu miti.
:5
Isinis waan ani gabbaru (fuula duras) kan gabbartanii miti.
:6
Isiniif amantiin keessan jira; anaafis amantiin kiyya jira."