Mana Kitaabaa Islaamaa Hundaa

107 - The Small kindnesses - Al-Mā`ūn

:1

Isa qormaata sobsiisu argitee?

:2

Sun isa yatiima humnaan deebisu.

:3

Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne.

:4

Warra salaataniif badiin mirkanaa’e.

:5

Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan.

:6

Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifataniif.

:7

Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e)